Fana: At a Speed of Life!

Fiigicha gulaallii meetira 800’n Atileet Tsiggee Dhugumaa fi Warqinesh Massaleen walakkaa xumuruuf darban

Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan fiigicha gulaallii meetira 800 dubartoota gidduutti fiigameen atileeti Tsiggee Dhugumaa fi Warqinash Massaleen walakkaa xumuraaf darbaniiru.
Atileet Nigisti Getaachoon ammoo osoo hin darbin hafte.
Dorgommii hanga ammaatti dorgomameen Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Meetii 2 fi Nahaasii 2n addunyaarraa sadarkaa 14ffaarratti argamti.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.