Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan Atileet Masarat Gabreefi Gammachuu Yaadasaa injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017(FMC)- Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan Atileet Masarat Gabreefi Gammachuu Yaadasaa injifataniiru.
Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan guyyaa har’aa Naannoo Sidaamaatti kan geggeeffame yoo ta’u, dubartootaan Atileet Masarat Gabree Naannoo Oromiyaarraa yoo injifattu, dhiirotaan Atileet Gammachuu Yaadasaan Itiyoophiyaa Elektirik irraa mo’ateera.
Dorgommii kanarratti Atileetonni 360 ol hirmaataniiru.
Atileetota dorgommicha injifataniif badhaasni meedaaliyaafi maallaqaa kennameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.