Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Biiroo Qajeelcha Waliigalaa Ajaja duultoota Addaa eebbisan
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Biiroo Qajeelcha Waliigalaa Ajaja Duultoota Addaa eebbisisuun bananiiru.
Biiricha Qajeelchi olaanaa Mahaandisa Raayyaa Ittisaa abbummaan kan ijaarsise yoo ta’uu, hojii ijaarsaa kan raawwate Koorporeeshinii hojiilee Ijaarsaa Itiyoophiyaati.
Biiroon kun bakka Ispoortii ammayyaa, Diippoo Boba’aa, Galma Walgahii, Worki Shooppii Garaajii fi kanneen biroo kan hamnateedha.
Saaraa Siyyuumtu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.