Finfinnee giddugala waltajjii idil addunyaa taasisuuf tattaaffiin eegalame cimee itti fufa – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) –Finfinnee fakkeenya badhaadhinaa fi giddugala waltajjii idil addunyaa taasisuuf tattaaffiin eegalame cimee itti fufa jedhan Kantibaan magaalichaa Adaanech Abeebeen.
Aadde Adaanech Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Azaarbaajaan Ruusilaan Naasiiboov fi Mootummoota Gamtoomaniitti daayrektera naannawaa Afrikaa Oowumaar Siilaa waliin Fooramii magaalota Addunyaa Magaalaa Baankuukitti haggeeffamerratti akkaataa Itiyoophiyaa muuxannoo qooduu dandeessurratti mari’ataniiru.
Finfinnee fakkeenya badhaadhinaa fi giddugala waltajjii idil addunyaa taasisuuf tattaaffiin eegalame cimee itti fufa Aadde Adaanech Abeebeen maricharratti.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.