Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa sababeeffachuun magaalaa Finfinneetti hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira.

Hirmaattonni hiriirichaa hojiilee misoomaa biyyaalessaa kan deeggaran ta’uus ibsaa jiru.

Hidhi Haaromsaa xumuramuun Kibxata darbe eebbifamuun isaa kan yaadatamudha.#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.