Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti piroojektoonni garaagaraa 21 ijaaramaa turan eebbisiifaman

Waxabajjii 29, 2017(FMC)-  Magaalaa Finfinneetti piroojektoonni daandii 13 dheerina kiiloomeetira 31.5 qabaniifi riqichoonni 8 eebbisiifamuun tajaajilaaf banaman.

Saganticharratti kantiibaa magaalichaa aadde Adaanech Abeebeefi Af-yaa’ii Mana Maree magaalichaa aadde Buzeenaa Kadir dabalatee hoggantoonni olaanoon bulchiinsa magaalichaa argamaniiru.

Aadde Adaanech wayita kana, magaalaa keenya ammayyoomsuuf hojiilee misooma kooriidarii dabalataan waliingahiinsa daandii mirkaneessuuf xiyyeeffannoo addaa kenninee hojjechaa jirra jedhan.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.