Firaankoo Maastaantuunoon Riyaal Maadiriidiif mallatteesse
Finfinnee, Hagayya 8, 2017(FMC)- Riyaal Maadiriid Firaankoo Maastaantuunoo Riivar Pileet irraa mallatteessisuu ifoomse.
Kilabichi taphatichaaf Yuuroo miiliyoona 45 baasii taasiseera.
Dargaggeessa umrii waggaa 18 kan ta’e Firaankoo Maastaantuunoon waliigaltee waggoota jahaaf Saantiyaagoo Barnaabawu isa tursiisu mallatteesseera.
Taphatichi wayita kana kilaba guddicha addunyaa Riyaal Maadiriiditti makamuu koof gammadeera, abjuu koo jiraachaan jira jechuun ibse.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.