Fana: At a Speed of Life!

Fooramiin Xaanaa har’a Magaalaa Bahiirdaaritti taa’ama

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Fooramiin Xaanaa 11ffaan har’a Magaalaa Bahiirdaaritti taa’ama.

Fooramnichi mata duree ‘Afrikaa Sirna jijjiiramaa Addunyaa waliin’ jedhuun taa’ama.

Bakka buutoonni dhaabbilee naannawaa, ardii, idil addunyaa, Dippiloomaatoonnii fi ergamtoonni addaa waltajicharratti ni hirmaatu jedhame.

Afrikaan Sirna jijjiiramaa Addunyaa waliin akka tarkaanfattu fooramichi qooda qabaachuu eerame.

Miikiyaas Ayyalaatiin

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.