Fana: At a Speed of Life!

Gabaan Roobii Shaampiyoonaa Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa ta’e

Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Taphni xumuraa Shaampiyoonaa Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa Gabaa Roobii fi Shanoo gidduutti taphatame olaantummaa Gabaa Roobiin xumurame.

Shaampiyoonaan Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa bara 2017 Magaalaa Yaabellootti dorgomamaa ture Bakka Bu’aa Godina Qeellam Wallagaa kan ta’e Gabaa Roobii, kan Shawaa Kaabaa Shanoo gidduutti taphatame.

Sa’aatiin idilee qixa xumuramuun rukkuttaa Adda Bahiinsaa kennameen Gabaan Roobii galchii 8 fi 7n Shanoo injifachuun yeroo jalqabaaf Shaamiyoonaa ta’eera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.