Gamaaggamni raawwii hojii mootummaafi Paartii Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 2ffaa itti fufeera
Finfinnee, Amajjii 14, 2018(FMC)- Gamaaggamni raawwii karoora hojii mootummaafi Paartii kurmaana 2ffaa bara 2018 Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa lammaffaa har’as itti fufeera.
Gamaaggama kanaanis ciminaafi hanqinaaleen hojii keessatti mul’atan adda baasuun ciminaalee jabeessuun itti fufsiisuufi hanqinaalee mul’atan immoo tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuun karoora xiiqii bara kana qabame milkeessuuf kallattiin ni kaa’ama jedhamees kan eegamu ta’uu ragaan BKO ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.