Fana: At a Speed of Life!

Gandoonni baadiyyaa 107 fayyadamoo elektirikaa ta’uun ibsame

Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa baatiiwwan saglan darbanitti gandoonni baadiyyaa 107 fayyadamoo elektirikaa ta’uu beeksise.

Tajaajilamtoonni haaraan kuma 300 fi kuma 56 fi 935 fayyadamoo tajaajila elektirikaa ta’uus Hojii Raawwachiisaan Kominikeeshinii Tajaajilichaa obbo Anwaar Abraar ibsaniiru.

Gurgurtaa inarjii, tajaajila maamiltoota haaraa, gurgurtaa meeshaalee tajaajila hin kennineefi maddeen galii biroorraa galii bara kana argachuuf karoorse irraa % 97 argamuu eeraniiru.

Gandoonni baadiyyaa 107 fayyadamoo elektirikaa ta’uus himaniiru.

Malaakuu Gadiftu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.