Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Oromiyaa Shaampiyoonaa tapha guutuu Itiyoophiyaa 6ffaa ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) – Tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Oromiyaa kan Naannoo Kibba Itiyoophiyaa injifachuun Shaampiyoonaa ta’eera.
Garichi gita isaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa galchii 1 fi 0n injifachuun shaampiyoonaa ta’eera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.