Fana: At a Speed of Life!

Gareen Shubbisa Aadaa Aandi Itiyoophiyaa dorgommii Shubbisa Faanaa 80 injifate

Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) – Torbeewwan saglan darbaniif dorgomamaa kan ture dorgommiin shubbisa Faanaa 80 olaantummaa garee shubbisa Aadaa Aandi Itiyoophiyaan xumurame.

Dorgommichi boqonnaa 3 gareewwan shubbisaa 16 waldorgomsiisaa kan ture  yoo ta’u, dorgommii xumuraarratti gareewwan 4 hirmaataniiru.

Bu’uuruma kanaan gareen shubbisa Aadaa Aandi  Itiyoophiyaa dorgommicha injifachuun Birrii kuma 200 badhaafameera.

Gareen Shubbisa Ammayyaa Mootootaa 2ffaa bahuun Birrii kuma 100 fi kuma 50 badhaafame.

Gareen Shubbisa ammayyaa Gaaffii 3ffaa bahuun badhaasa kuma 100 fi gareen Shubbisa Ammayyaa Giyoon 4ffaa bahuu Birrii kuma 70 badhaafamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.