Fana: At a Speed of Life!

Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Giiftii Duree Burundii waliin mari’atan

Finfinnee, Ebla 2, 2018(FMC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Giiftii Duree Burundii Anjaliin Nidiyaayishiimiiyyee waliin mari’ataniiru.

Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Giiftii Duree Burundii Anjaliin Nidiyaayishiimiiyyee wayita daawwannaa hojiif gara Itiyoophiyaa dhufanitti Masaraa Mootummaa Biyyaalessaa simadhee daawwannaa taasisneerra jedhan.

Hojiilee waloon hojjetaniifi tumsawwan yeroo itti aananii irrattis marii bu’aa qabeessa taasisuu ibsaniiru.

#Oromia # Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.