Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon harka qalleeyyii fi qaama miidhamtootaaf maaddii qoodan
Finfinnee, Bitooteessa 29, 2018 (FMC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon harka qalleeyyii fi qaaama miidhamtootaaf maaddii qoodaniiru.
Waajjirri Giiftii Duree hojiilee namarratti xiyyeeffataniifi Pirojektiwwan garaagaraa ijaarsisaa jiruun cinaatti wayita ayyanaa harka qalleeyyii fi qaama miidhamtootaaf sagantaa maaddii qooduu ni gaggeessa.
Haaluma kanaan Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun kutaalee hawaasaa naannawaa finfinneetti argaman 150’f maaddii qoodaniiru.
#Oromia #Ethiopia