Godina Wallagga Lixaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC)- Godina Wallagga Lixaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Duula kanarratti hoggantoota godinichaafi kutaaleen hawaasaa garaagaraa hirmaachaa jiru.
Godinichatti guyyaa tokkotti biqilaa Ashaaraa magariisaa miiliyoona 29 ol dhaabuuf duulli gaggeeffamaa jira.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.