Fana: At a Speed of Life!

Godinichatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 12 darbe

Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Godina Kibba Walloo Aanaa addaa naannawaa Daseetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 12 darbe.

Konkolaataan deddeebisa ummataa imaltoota fe’ee imalaa ture galagaruun miidhaa qaqqabsiiseen lubbuun nmoota 12 darbuu fi namoota 49 irra ammoo miidhaan qaamaa cimaa fi salphaan gahuu kominikeeshiniin godinichaa ibseera.

Kadir Mahaammaditu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.