Fana: At a Speed of Life!

Gullisoo 2-2 Yuunivarsiitii Dambi Doolloo

Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) –  Tapha Piriimer Liigii Oromiyaa Torbee 16ffaa har’a taphatameen Gullisoo fi Yuuniversiitiin Dambi Doolloo 2-2 qixa ba’uun qabxii qoddataniiru.

Tapha har’aa sa’aatii 8:00’tti Magaalaa Adaamaa Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatameen Kutaan magaalaa Sabbataa fi Leeqaan 1-1 qixa ba’aniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.