Gurgurtaa Elektiriikaa biyyoota ollaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 18 ol argame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) – Bara baajataa 2017 keessa Gurgurtaa Elektirikaa biyyoota ollaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 18 ol argame jedhe Humni Elektiriikaa Itiyoophiyaa.
Dhaabbatichi yeroo ammaa Keeniyaa, Jiibuutii, Sudaanii fi Taanzaaniyaaf humna Elektirikaa dhiyeessaa jiraachuu Daayrekterri Kominikeeshinii Humna Elektiriikaa Itiyoophiyaa Mogas Makonniin Faanaa Diijitaalitti himaniiru.
Bara baajatichaa Humna Sa’aatii Giigaa Waattii kuma 25 maddisiisuuf karooramee Kuma 29 ol maddisisuun danda’amuu dubbatan.
Gurgurtaa Elektirikaa biyyoota ollaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 18 ol argamuu ibsan.
Malaakuu Gaddiftu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.