Guyyaan galmeen filattootaa itti eegalu dheerate – BFBI
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa marsaa 7ffaaf guyyaan galmee filattootaa Guraadhala 7, 2018 eegaluuf ture gara Guraandhala 28, 2018 itti dheerate jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa.
Hojiilee boordichi hojjetaa jiru ilaalchisee Walitti Qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa Meelaatawarqi Hayiluun ibsa kennaniiru.
Filannoo Waliigalaa marsaa 7ffaa Baatii Caamsaa 2018 gaggeeffamuuf guyyaan galmee filattoota Guraadhala 7, 2018 akka eegalu murtaa’ee ture, Guraandhala 28, 2018 akka eegalu murtaa’uu ibsan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.