Guyyaan hundeeffama ajaja duultoota addaa waggaa 65ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Guyyaan hundeeffama ajaja duultoota addaa waggaa 65ffaan sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.
Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa dabalatee qondaaltoonni kutaalee waraanaa garaagaraa saganticharratti argamaniiru.
Guyyaa har’as ajajichi Qilleensarraa utaaluu, dhukaasaa, farra shororkeessummaa fi lola magaalaa ilaalchisee agarsiisa dhiyeessaa jira.
Kitaabni ‘Yewugiyaa Maarsh Qayyaariiwooch’ jedhu gootummaa Itiyoophiyaa kan agarsiisu guyyaa kaleessaa eebbifamuun kan yaadatamuudha.
Maraa’ol kadirii fi Bahaayiluu Baaneetiin
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.