Guyyaan Raayyaa Ittisaa 118ffaan Kabajamaa jira
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC) – Guyyaan Raayyaa Ittisaa 118ffaan mata duree “Biyya hin tuqamne, Raayyaa hin sodaanne “jedhuun Kabajamaa jira.
Kabaja Ayyaanichaa irratti Itaamaajor Shuumii Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Julaa, Ministirri Ittisaa Injiinar Ayishaa Mahaammad, qondaaltonni Raayyaa Ittisaa akkasumas hoggantoonni olaanoon mootummaa fi keessummoonni biroon argamuu Miidiyaan onlaayinii Raayyaa Ittisaa Faanaa Dijitaaliif ibseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.