Guyyaan yaadannoo Goototaa 84ffaan kabajama jira
Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) –Guyyaan yaadannoo Goototaa 84ffaan Kiiloo 4 Siidaa yaadanoo goototaa biratti kabajama jira.
Pireezidaantiin Waldaa gootota durii Lij Daani’eel Jootee, Gootonni, maatiin goototaa fi hoggantoonni mootummaa bakka argamanitti kabajamaa jira.
#Oromia #Ethiopia