Fana: At a Speed of Life!

Hogganaa Itti Aanaan Dhaabbata Ummatummaa Faannoo Amaaraa K/Faantahuun Muhaabbaan waamicha nageennyaa fudhatan

Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Hogganaa Itti Aanaan Dhaabbata Ummatummaa Faannoo Amaaraa Koloneel Faantahuun Muhaabbaan waliigaltee waamicha nageenyaa mootummaan naannichaa dhiyeesse fudhachuun karaa nagaan galaniiru.

Kolooneel Faantahuun Muhaabbaan eegdootaa fi hidhattoota hedduu waliin karaa nagaan galuu AMCn gabaaseera.

Mootummaa naannoo Amaaraa fi Dhaabbata Ummatummaa Faannoo Amaaraa gidduutti Sadaasa 25, 2018 waliigalteen nageenyaa mallattaa’uun kan yaadatamuudha.

Oromia# Ethiopia#

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.