Hogganaan Filisxeem Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Hogganaan Filisxeem Mahimmud Abbaas Yaa’ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Mahimmud Abbaas wayita Finfinnee Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’an Ministira Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan simatamaniiru.
Yaa’ii Idilee 38ffaan Hoggantoota Gamtaa Afrikaa Guraandhala 8 – 9, 2017tti Finfinneetti taa’ama.
#Oromia #Ityoophiyaa