Hoggansii fi Miseensonni Humna Eegdoota rippabilikaanii Biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Hoggansii fi miseensonni humna Eegdota Rippabilikaanii Hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin ta’uu gaara Yakkaarratti Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaabaniiru.
Miseensonni kunneen ‘Dhaabuun Bayyanachuu’ mata duree jedhuun kan moggafame sagantaa Ashaaraa Magariisaarratti hirmaachuutti gammaduu ibsaniiru..
Raayyaan Ittisa Biyyaa biyya eeguun cinaatti eegumsa naannoorratti hirmaannaa olaanaa taasisa jiru.
Misikkir Sinaafiiqitu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.