Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Naannoo Oromiyaatti leenjii fudhachaa turan hojilee misoomaa daawwachaa jiru
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC)- Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Naannoo Oromiyaatti leenjii fudhachaa turan hojilee misoomaa daawwachaa jiru.
Hoggantoonni Naannoo Oromiyaa leenjii mata duree “Ilaalama Mootummaa Ida’amuutiin Guddina Dameelee” jedhuun fudhachaa turan wiirtuu Magaalaa Adaamaa hojiilee misooma Godina Shawaa Bahaa fi kan Magaalaa Maayaa immoo hojiilee misooma magaalichaa daawwachaa jiru.
Haaluma walfakkaatuun hoggantoonni leenjicha fudhachaa turan Godina Arsii Lixaatti Garbuu kilaasteraan misoome daawwataniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.