Humni Elektiriikaa addaan citee ture deebi’e
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa tokko tokkotti humni Elektirikaa addaan citee ture guutuumaan guutuutti deebi’eera jedhe Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa.
Tajaajilichatti Hojii raawwachiisaan Kominikeeshinii Anuwaar Abraar Faanaa Diijitaaliif akka himanitti, humni eleektiraa sababa rakkoo teekinikaa sarara bu’uuraa mudateen addaan citee ture wayita ammaa deebi’eera.
Malaakuu Gaddifiin.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.