Fana: At a Speed of Life!

Iid Mubaarak!

Hordoftoonni Amantaa Isilaamaa hundi baga ayyaana Iid Al-Faxir 1447ffaan nagaan isin ga’e.

Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin ayyaanichi kan nagaa, kan jaalalaa fi kan gammachuu akka isiniif ta’u hawwa.

Ayyaana Gaarii!!!

Faanaa Miidiyaa Korpooreshin.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.