Ijaarsaa fi qophummaa dhaabbilee mirkaneessuun itti gaafatamummaa mootummaati – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Ijaarsaa fi qophummaa dhaabbilee mirkaneessuun itti gaafatamummaa mootummaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Kanarraa ka’uun dhaabbilee Faayinaansii fi damee Diinagdee cimsuuf yaadamee tarkaanfiiwwan bal’aan fudhatameera jedhan.
Har’a waaree booda Konfiraansiin ‘Guddina Faayinaansii Itiyoophiyaatti’ mata duree jedhuun gaggeeffame imala Fooyyeessii diinagdee Gooruu gamaaggamuu fi miil’annaa duraa yeroo itti aanuu kaa’uuf waltajjii faayidaa qabu ture jechuun ibsan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.