Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa xumurame – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa xumurame jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Murannoo Itiyoophiyaa fi carraa egeree Afrikaa ta’uu eeran ergaa fuula Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.