Irreechi Hora Haddiyaa Magaalaa Naqamteetti kabajame
Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2018 (FMC) –Ayyaanni Irreechaa Hora Haddiyaa Magaalaa Naqamteetti kabajameera.
Kabaja Ayyaanicharratti Walitti Qaban Abbootii Gadaa Oromiyaa Warqinaa Tarreessa, Abbaan Gadaa Wayyuu Leeqaa Asfawuu Kabaddaa, Abbootiin Gadaa Godinaalee garaagaraa, Hadhooliin sinqee, Qeerroo fi Qarrewwan argamaniiru.
Ayyaannichi karaa dudhaa fi aadaa isaa eggateen kabajamuun ibsameera.
Galaanaa Tasfaatu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.