Irreechi Malkaa Baaroo kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Naannoo Gaambeellaatti Irreechi Malkaa Baaroo kabajamaa jira.
Irreechi Malkaa Baaroo kun akkaataa duudhaa fi Safuu isaan eegeen magaalaa Gaambeellaatti kabajamaa jira.
#Oromia #Ethiopia