Irreechi Malkaa Daabanaa Magaalaa Beddelleetti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) – Ayyaanni Irreechaa Malkaa Daabanaa Magaalaa Beddellee Birbirsa lakkuutti kabajameera.
Ayyaannicharratti Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, hoggantoonni godinichaa, hawaasni Godinichaa fi godinaalee ollaa biroon argamaniiru.
Ayyaannichi karaa duudhaa fi safuu isaa eeggateen kabajamee xumuramuu Itti Gaafatamaan waajjira Kominikeeshinii Godina Buunnoo Beddellee Obbo Nuraddiin Nuuraa Faanaa Diijitaaliif himaniiru.
Tsahaay Gulummaatiin.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.