Ispoortii
Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 45ffaarratti hirmaataniif sagantaan beekkamtii kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 45ffaa Sarbiyaa Magaalaa Beelgireeditti dorgomamerratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeessuun deebi'eef sagantaan beekkamtii kennuu gaggeeffameera.
Bu'aan argame jajjabeessaa ta'uu fi dorgommii itti aanuuf xiyyeeffannoon qophaa'uun barbaachisaa…
Read More...
Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee 31ffaan har’a galgalaa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 31ffaan tapha har’a galgala Niwuukaastiil Eevartan waliin taasiisuun eegalamu.
Har’a galgala sa’aatii 3:30 eegalee Niwuukaastiil Eevartan waliin…
Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 45ffaarratti hirmaateef simannaan taasiifame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Jila Atileetiksii fiigicha Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 45ffaa magaalaa Beelgireedirratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeesseef simannaan taasiifameera.
Jilichi waayita Buufata Xiyyaaraa…
Pirimeer liigii Ingilaandiin taphni kallatti Waancaa akeeku galgala ni taphatama
Finfinnee, Bitootessa 22, 2016 (FBC)-Pirimeer liigii Ingilaandi torbee 30ffaan taphni kallatti Waancaa akeeku galgala ni taphatama.
Pirimeer liigiin Ingilaandi baroottan darban caalatti bara kana morkiin kilabootaa gidduutti gaggeeffamu…
Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaarraa sadarkaa 2ffaan xumurte
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaan fiigicha Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 45ffaa har'a Sarbiyaa Beelgireeditti gaggeeffame sadarkaa 2ffaan xumurteert.
Itiyoophiyaan meedaaliyaa Warqee 2, Meetii 6 fi Nahaasii 2…
Fiigicha Walmakaa meetira kuma 8 Atileetoonni Itiyoophiyaa sadarkaa 2ffaa ba’uun meedaaliyaa…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 45ffaa fiigicha Walmakaa meetira kuma 8 Atileetoonni Itiyoophiyaa sadarkaa 2ffaa ba'uun meedaaliyaa Meetii sadaffaa argamsiisaniiru.
Tarreessaa Tolasaa, Didhaa…
Fiigicha Qaxxaamura biyyaa Addunyaa 45faan Atileetoonni meedaaliyaa Warqee, Meetii fi Nahasii…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa fiigicha Qaxxaamura biyyaa Addunyaa 45faa meetira kuma 6n dubartoota gidduutti Sarbiyaa magaalaa Beelgireeditti gaggeeffameen Atileetoonni meedaaliyaa Warqee, Meetii fi Nahasii…