Ispoortii
Kilabni Magaalaa Shaashamannee gara Piriimiyerliigii Ityoophiyaatti deebi’uu mirkaneeffate
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)-Kilabni Kubbaa Miilaa Shaashamannee bara dorgommii 15 booda gara Piriimiyerliigii Ityoophiyaatti deebi'uu mirkaneeffateera.
Kilabichi, Kilabni Kubbaa Miilaa Finfinnee mo'amuu hordofee gara Piriimiyerliigii Ityoophiyaatti deebi'uu mirkaneeffateera.
Kilabni Magaalaa Shaashamannee yeroo dhumaaf liigii olaanaa…
Read More...
Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaalii fi Cheelsii gidduutti taasiisfmu ni eegama
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaalii fi Cheelsii gidduutti taphatamu ni eegama.
Kilaboonni Landan Lamaan morkiin har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii…
Atleet Misgaanaa Waaqumaa dorgommii tarkaanfii meetira kuma 10 injifate
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Fiigicha Shaampiyoonaa Atleetiksii guddatootaa fi Dargaggootaa Afrikaa Zaambiyaa Nidoolaatti gaggeeffamaa jiruun Atleet Misgaanaa Waaqumaa dorgommii tarkaanfii meetira kuma 10 injifateera.
Dorgommii…
Fiigicha guddattootaa fi Dargaggootaa Zaambiyaatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Fiigicha guddattootaa fi Dargaggootaa Zaambiyaatti har'a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa'aniiru.
Fiigicha meetira kuma 3 dubartoota umrii waggaa 20 gadii gidduutti fiiggameen Atleet…
Bunni Ityoophiyaa Dirre Dhawaa goolii 4 fi 1n injifate
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa Torbee 21ffaa har’a gaggeeffameen Bunni Ityoophiyaa Dirre Dhawaa goolii 4 fi 1n injifateera.
Tapha har'aa injifachuu hordofee Bunni Ityoophiyaa qabxii…
Magaalaan Adaamaa Shaampiyoonaa Kilabootaa Atileetiksii Oromiyaa ta’e
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa koorniyaa lamaaniin Shaampiyoonaa 14ffaa kilabootaa Atileetiksii Oromiyaa olaantummaan xumure.
Waldorgommiin Shaampiyoonichaa Eebla 15-20, 2015 Magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa…
Atileet Daraartuu Tulluu Ittaantuu Pireezidaantii Atileetiksii Afrikaa ta’an
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)- Gargaartuun Koomishinaraa Atileet Daraartuu Tulluun Ittaantuu Pireezidaantii Atileetiksii Afrikaa ta’uun filataman.
Gargaartuu Komishinaraa Atileet Darartuu Tulluun xumura walga’ii Konfedereeshinii…