Ispoortii
Kilabni Biraaziil Saantos waggoota 111 booda gara diviziyoonaa gadiitti bu’u
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC) – Kilabni Biraaziil Saantos waggoota 111 booda gara Diviziyoona gadiitti gadbu’uu gabaafame.
Taphattoota ciccimoo horachuun kan beekkamu Saantos gara Diviziyoona gadiitti bu’uun isaa deeggartoota kilabichaa haalaan naasiisuu ibsameera.
Saantos yeroo gara yerootti ga’umsi isaa gadi bu’aa dhufuu hordofe…
Read More...
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Magaalaan Naqamtee Buna Yirgaa Caffee injifate
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabiin Magaalaa Naqamtee goolii 2 fi 1n Buna Yirgaa Caffee mo'achuun injifannnoo isaa 4ffaa galmeesseera.
Kilabiin Magaalaa Naqamtee durfamuu irraa ka'uun…
Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf Dorgommii Bishaan Daakuun Warqee lama argatte
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Gareen Biyyaaleessaa Ispoortii Bishaan Daakuu Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa waldorgommii Bishaan Daakuu Ruwaandaa Kigaaliitti marsaa 8ffaaf gaggeeffameen Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf Meedaaliyaa Warqee lama…
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee15ffaan tapha har’a Arsenaal Luutoo Taawoon,Woolvarhampton Barnileey waliin taphataniin eegalama.
Har’a halkan sa’aatii 4:30 irraa jalqabee Woolvarhampton…
Guyyaa sabaaf sablammootaa 18ffaa sababeeffachuun Jigjigaatti fiigichi daandirraa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Guyyaa sabaaf sablammootaa 18ffaa sababeeffachuun Fiigichi Kiiloo Meetira 5 magaalaa Jigjigaatti gaggeeffameera.
Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan Sadaasa 25 – 29, 2016tti magaalaa Jigjigaatti…
Maaraatoonii Vaaleenshiyaan Atileeti Sisaay Lammaa fi Atileet Warqinash Daggafuu injifatan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Dorgommii Fiigichaa Maaratonii Vaaleenshiyaan dhiiraan Atileet Siisaay Lammaa, dubartotaan ammoo Atileet Warqinash Daggafuun injifataniiru.
Dorgommi har’aa gaggeeffame kanarratti Atileet Siisaay Warquu…
Arsenaal Woolvis injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har'a gaggeeffameen Arsenaal goolii 2 fi 1n Woolvis injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Taphoota biroon Barnileey goolii 5 fi 0n Sheefiild…