Ispoortii
Liyooneel Meesiin Waancaa Addunyaan booda tapha jalqabaa isaa injifannoon eegale
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Liyooneel Andereen Meesiin Waancaa Addunyaan booda tapha jalqabaa isaa Kilaba PSG taphaterrarri goolii lakkoofsiiseera.
Tapha Liigii 1ffaa Fireenchi eda galgala taphatameen PSGn goolii 2 fi 0n Angarsi injifateera.
Waancaa Addunyaa 22ffaa booda kilaba isaaf tapha jalqabaa kan taphate Meesiin daqiiqaa…
Read More...
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Chaaniif Aljeeriyaa gale
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Chaaniif Aljeeriyaa galeera.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaarratti hirmaachuuf wayita…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisa aadaa Oromiyaa magaalaa Walisootti eegalame
Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisa aadaa Oromiyaa 28ffaan magaalaa Walisootti eegalameera.
Shaampiyoonaan kun gosoota Ispoortii aadaa 10 fi argisisa aadaa garaagaraa kan…
Gareen biyyaalessaa Ityoophiyaa Morokoon 2 fi 1’n injifatame
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa marsaa 2ffaaf taphaa ga’umsa adda baasuu Morokoo waliin taphateen 2 fi 1’n injifatameera.
Tapha Chaaniif Morookoo Kaazaabilaankaatti qophii taasisaa kan jiru gareen…
Gaariiz Beel tapha kubbaa miilaa dhaabe
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Taphataan kubbaa miilaa beekaman lammii Weelsi Gaariiz Beel tapha kubbaa miilaa biyyaalessaas ta’e kilabaa dhaabuu beeksise.
Beel gama miidiyaa hawaasummaa isaan akka ibsetti, abjuu kubbaa miilaa jaallatu…
Roobeertoo Maartiineez leenjisaa Garee Biyyaalessaa Poorchugaal ta’an
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Leenjisaan duraanii garee Biyaalessaa Beeljiyam Roobeertoo Maartiineez leenjisaa Garee Biyyaalessaa Poorchugaal ta’an.
Leenjisaan lammii Ispeen leenjisaa taphaa Waancaa Addunyaarratti garecha dursaa kan…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa boru Walisootti eegala
Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisaa Aadaa Oromiyaa boru Amajjii 2-14, 2015tti Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Walisootti gaggeeffamuu eegala.
Itti Gaafatamaan Waajjira Ispoortii…