Ispoortii
Lammiileen Biraaziil Mootii kubbaa miilaa isaanii Peelee kabajaan gaggeessaniiru
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Lammiileen Biraaziil mootii fi urjii kubbaa miilaa isaanii Peelee kabajaan gaggeessaniiru.
Peeleen dhibee kaansarii mar’imaaniin dhukkubsachaa turee Kamisaa darbe du’aan boqochuu isaa hordofee lammiileen Biraaziil kumaatamatti lakkaa’aman sirna awwaachaa isaaf kabajaa qabaniif ibsuun gaggeessaniiru.…
Read More...
Dorgommii Paan-Afrikaan Naannoon Oromiyaa koorniyaa lamaaniin shaampiyoonaa ta’e
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)-Wal morkii manneen barnootaa naannolee guyyoota sadiif Adaamaatti gaggeeffamaa tureen Naannoon Oromiyaa Koorniyaa lameenin Ityoophiyaa bakka bu'uun walmorki manneen barnootaa Paan Afrikaarratti akka hirmaatu…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Maanchiisteer Yuunaayitiid fi Arseenaal morkattoota isaanii yoo…
Finfinnee, Mudde 22, 2015 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandii torbee 17ffaa har'a taphatameen Maanchiisteer Yuunaayitiid fi Arseenaal morkattoota isaanii yoo injifatan, Maanchiisteer Siitiin qabxii qooddateera.
Tapha har'a…
Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii kubbaa miilaa Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makame
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Taphataan sarara fuulduraa Poorchugaal Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii kubbaa miilaa Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makame.
Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii kubba miilaa Maanchistaar Yuunayitid irraa erga …
Piriimayeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee kanaa har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee kanaa har’aa eegaluun taphataman ni eegamu.
Haaluma kanaan har’a galgala sa’aatii 4:45 eegalee Weestahaam Yuunaayiitiid Bireentifoord waliin yoo taphatu,…
Mootiin kubbaa miilaa umrii 82 tti du’aan boqote
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) -"Mootii Kubbaa Miilaa" jedhamuun kan beekamuu taphataan kubbaa miilaa lammii Biraaziil Peeleen umrii waggaa 82 tti du'aan boqoteera.
Peeleen seenaa tapha waancaa Addunyaa keessatti bara 1958, 1962 fi…
Fiigichi qaxxaamura biyyaa idil Addunyaa Horufa Boombii Dilbata dhufu Sulultaatti ni fiigama
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Fiigichi Qaxxaamura biyyaa idil Addunyaa Horufa Boombii 40ffaan Dilbata dhufu magaalaa Sulultaatti kan fiigamu ta’uu Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa beeksiise.
Fiigicha Qaxxaamura biyyaa Horufa…