Ispoortii
Obbo Isaayyaas Jiraa Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa ta’uun filataman
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Obbo Isaayyaas Jiraa irra deebiin Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa ta’uun filatamaniiru.
Filannoo pireezdaantii kubbaa miilaa Itiyoophiyaa 14ffaa gaggeeffameen Obbo Isaayyaas Jiraa irra deebiin Pireezdaantii kubbaa miilaa Itiyoophiyaa ta'uun filatamaniiru.
Obbo Isaayyaas Jiraa…
Read More...
Yaa’iin Filannoo waliigalaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Yaa'iin Filannoo waliigalaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Finfinnee Galma Walga'ii Komishinii Diinagdee Afrikaatti gaggeeffamaa jira.
Yaa'icharratti Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii…
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi Torbee 4ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi Torbee 4ffaan har'a waaree booda sa'aatii 8:30 eegaluun ni taphatamu.
Saa'aatii 8:30 eegalee Saawuzhaamtoon Maanchiisteer Yuunaayitiid ni keessummeessa.…
Ityoophiyaa 0 – Ruwaandaa 0
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Tapha gulaalli Chaan Ityoophiyaa fi Ruwaandaa gidduutti Taanzaaniyaa Dareesalaamiitti gaggeeffameen 0 fi 0 qixa ba’aniiru.
Taphni jalqabaa gulaallii marsaa xumuraa Chaan garee Kubbaa Miilaa…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa boru gara Taanzaaniyaatti imala
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa gulaallii waancaa biyyoota Afrikaa (Chaan) irratti hirmaachuuf guyyaa boruu gara Taanzaaniyaatti ni imala.
Garichi jimaata dhufu gitasaa garee kubbaa miilaa Ruwaandaa…
Yuunaayitiid 2 -1 Liivar Puul
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Taphni gareewwan masaanuu olaantummaa Maanchiisteer Yuunaayitiidiin xumurame.
Taphni 200ffaan garee lamaanii injifannoo Maanchiisteer Yuunaayitiidiin golobameera.
Taphni Piriimaayeer Liigii…
Tapha Maanchiisteer Yuunaayitiidii fi Liivar Puul har’aa
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Taphni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa Maanchiisteer Yunaayitidii fi Liivar Puul gidduutti har'a halkan sa'atii 4:00'tti taasifamu si'oomiinaan eegama.
Tapha Piriimaayeer Liigii Ingilaandi…