Ispoortii
Jalqabbiin dorgommii gulaallii Kubbaa Miilaa marsaa 2ffaa Paan-Afrikaa Magaalaa Adaamaatti eegale
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Jalqabbiin dorgommii gulaallii Kubbaa miilaa marsaa 2ffaa Paan-Afrikaa Guyyaa har'a magaalaa Adaamaa Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknolojii Adaamaatti eegaleera.
Saganticharratti Hooggantuu Biiroo Dhimma Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa Saamiyaa Abdallaa dabalatee hoggantoonni olaanoon naannichaa…
Read More...
Sagantaan jalqabsiisa ijaarsa boqonnaa 2ffaa Isteediyeemii Baahir Daar gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015(FBC)- Sagantaan jalqabsiisa ijaarsa boqonnaa 2ffaa Isteediyeemii Idil Addunyaa Baahir Daar gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Ministira Ministeera Aadaafi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaafi…
Carraan ramaddii mo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC) – Carraan ramaddii mo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Haaluma kanaan:- Liverpool v Real Madrid
Club Bruges v Benfica
RB Leipzig v Manchester City
AC Milan v Tottenham…
Maaraatoonii Soweetoo Atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Afrikaa Kibbaa Soweetottii dorgommii fiigicha maaraatoonii gaggeeffamerratti Atileetonni Ityoophiyaa olaantummaan xumuraniiru.
Fiigicha maaraatoonii dhiiraan Dhaabaa Ifaa fageenyicha sa’aatii 2 fi…
Tapha Pirimerliigii Ingilaand torbee 15ffaan Arsenaal Cheelsii waliin si’a 201ffaaf walmorkata
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Tapha Pirimerliigii Ingilaand Dilbata har’aa gaggeeffamuun dursaan liigichaa Arsenaal gara Lixa Landanitti imaluun sadarkaa 6ffaa irratti kan argamu Cheelsii Istaanford Biriijitti morkata.
Seenaa…
Taphoonni Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 6ffaan har’a Dirree Dawaatti ni eegala
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Taphoonni Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 6ffaan har’a Dirree Dawaatti kan eegalu ta’uu ibsameera.
Taphoonni marsaa jalqabaa torbee 1ffaa – 5ffaa magaalaa Bahir Daaritti…
Waldorgommii 2015 tti kilaboonni 93 sadarkaa naannoo Oromiyaatti waliin morkatu
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015 (FBC) – Yaa'iin Kilaboota kubbaa miilaa Oromiyaa Magaala Bishooftuutti taa'ameera.
Yaa'ii kilaboota kubbaa miilaa Oromiyaa bara 2015 magaaalaa Bishooftuutti ta'ame kanaan, gabaasni raawwii federeeshinii…