Ispoortii
Shaampiyoonaan Atleetiksii addunyaa 18ffaa halkan har’aa ni eegala
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii addunyaa 18ffaa Ooriigaanitti halkan har’aa ni eegala jedhame.
Gulaalliin gufachiisaa meetira kuma 3 halkan sa’aatii 9:15 irratti dhiiroota gidduutti kan gaggeeffamu yoo ta’uu, sa’aatii 10:10 irratti ammoo gulaalliin meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti ni…
Read More...
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 18ffaan boruu jalqaba
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Ameerikaa Oreegoonitti kan gaggeeffamuu Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 18ffaan boruu jalqaba.
Dorgommicha, Ityoophiyaan dhiiraa 21 fi dubartootaa 19 waliigalaan atileetota 40’n akka hirmaattu…
Obbo Isaayyaas Jiraan Pireezidaantii Kaaf waliin dhimmoota adda addaarratti mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Obbo Isaayyaas Jiraan Pireezidaantii Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Paatiriis Mooseeppee waliin dhimmoota adda addaarratti mari'ataniiru.…
Inistitiyuutiin Ispoortii Komaandar Daraartuu Tulluu tajaajilaaf qophaa’e
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Ijaarsi Inistitiyuutii Ispoortii Komaandar Daraartuu Tulluu xumuramuun tajaajilaaf qophaa’uun ibsame.
Inistiitiyuutichi gosoota Ispoortii 14 oliin atileetota gudattoota kuma 1 fi 60 ol leenjisuu kan…
Wandimmaaganyi Tashoomaan leenjisaa olaanaa Buna Sidaamaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Buna Sidaamaa leenjisaa yeroo ta’uun tajaajilaa kan turan Wandimmaaganyi Tashoomaa leenjisaa olaanaa taasiisuun muudeera.
Wandimmaaganyi Tashoomaan gargaaraa…
Atleetoota Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaarratti hirmaataniif gaggeessaan taasiifame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Atleetoota Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooreeganitti gaggeeffamurratti hirmaataniif guyyaa har'aa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti gaggeessaan taasiifameera.…
Siirii Paayinti Fulbaana dhufurraa eegalee Ityoophiyaatti leenjii kubbaa miilaa guddattoota kennuufi
Finfinnee, Adoolessa 3, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Jarman Siirii Paayinti Fulbaana 2015 eegalee Ityoophiyaatti leenjii kubbaa miilaa guddattootaa kennuu akka jalqabu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa beeksise.
Pirezidaantiin…