Ispoortii
Gareen Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii manneen barnootaarratti hirmaatu gara Taanzaaniyaatti imale
Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa miilaa manneen Barnoota Naannoo Oromiyaa irraa Ityoophiyaa bakka bu'uun dorgommii manneen barnootaa Taanzaaniyaatti qophaa’erratti hirmaataniif geggeessi taasifameera.
Sagantaa geggeessaa kanarratti Pirezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Obbo Isaayyas Jiraa, Komishinara…
Read More...
Maaraatooniin Dubaay koorniyaa lamaaninuu injifannoo Atleetoota Ityoophiyaan xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Dorgommii Maaraatooniin Dubaayitti gaggeeffameen koorniyaa lamaaninuu Atleetoonni Ityoophiyaan injifatan.
Dorgommii Atleetoota dhiiraa gidduutti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa 1ffaa hanga…
Jila Atleetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa idil addunyaa 44ffaa irratti hirmaatuuf gaggeessaan…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 20015 (FBC) - Jila Atleetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa idil addunyaa 44ffaa irratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifameera.
Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa idil addunyaa 44ffaan bara Faranjootaa…
Atileet Gudaaf Tsaggaayeen dorgommii fiigichaa maayila tokkoo Poolaanditti gaggeeffameen sa’aatii…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015(FBC)- Atileet Gudaaf Tsaggaayeen dorgommii fiigichaa mana keessaa maayila tokkoo kaleessa galgala Poolaand magaalaa Tooranitti gaggeeffameen sa’aatii saffisaa 2ffaa galmeessifte.
Atileet Gudaaf dorgommicha…
Kiristiyaan Atisuun kirkira lafaa Turkii fi Sooriyaatti mudateen jijjiga gamoo jalaa lubbuun hafe
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) –Taphataan sarara qarqaraa Cheelsii fi Niwuu Kaastiil duraanii Kiristiyaan Atisuun Kirkira lafaa Turkii fi Sooriyaatti mudateen jijjiga gamoo jalaa Lubbuun hafee argamuu ibsameera.
Balaan Kirkiraa lafaa…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Umrii waggaa 20 gadii xumurame
Finfinnee, Amajjii 28, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Ityoophiyaa Umrii waggaa 20 gadii 11ffaan xumurameera.
Shaampiyoonichaan gareen atileetiksii Baankii Daldala Ityoophiyaa qabxii waliigalaan injifachuu ragaan Federeeshinii…
Siifan Hasan Maaraatoonii Landan irratti ni hirmaatti jedhame
Finfinnee, Amajjii 26 ,2015 (FBC)- Siifan Hasan Maaraatoonii Landan irratti kan hirmaattu ta’uu ibsame.
Dorgommii Olompiikiin fiigicha meetira 5,000 fi 10,000’n meedaaliyaa warqee kan qabdu Siifan Hasan yeroo jalqabaaf Maaraatoonii…