Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Gareen Kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii Waancaa Addunyaa 2022 ala ta’e

Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) –Taphni gulaallii waancaa Addunyaa har'a Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Naayijeeriyaa waliin gaggeesse goolii malee qixa xumurameera. Tapha marsaa jalqabaa Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti gaggeeffameen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa…
Read More...

Zaanzibaar 0 – 5 Ityoophiyaa

Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha waancaa Seekaafaa gita isaa Zaanzibaar waliin taphate goolii 5 fi 0n injifate. Dorgommii Shaampiyoonaa waancaa Bahaa fi…