Ispoortii
Leenjisaa Wubatuu Abaataan taphattoota 5 hir’isan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Leenjisaa Wubatuu Abaataa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa keessaa taphattoota 5 hir’isuun isaanii beekame.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa taphaa gulaallii ramaddii waancaa Afrikaaf Maalaawii fi Ijipti waliin taphatuuf taphattoota 28 waamaman keessa shan hir’ifamuun…
Read More...
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa gita isaanii Leeseetoo waliin qixa xumuran
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa gita isaanii Leeseetoo waliin taphaa madaallii ga’umsaa 2ffaatiin 1-1 qixa xumuraniiru.
Tapha istaadiyamii Yuunvarsiitii Saayinsiifi Teekinooloojii…
Juubaatti dorgommii fiigichaa kabachiistota nageenyaa idil addunyaa gidduutti gaggeeffameen loltuu…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC)- Suudaan Kibbaa Juubaatti dorgommii fiigichaa kiiloo meetira 12 miseensota kabachiistota nageenyaa idil addunyaa biyyoota 120 irraa walitti babba’an gidduutti gaggeeffameen loltuu Baantee’iddil Yittaayaw…
Olompikiiin dargaggoota biyyaalessaa jalqabaa Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Hawaasaatti gaggeeffamuu…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) - Olompikiiin dargaggoota biyyaalessaa jalqabaa Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Hawaasaatti eegalameera.
Dorgommicharratti naannoo Amaaraan ala naannoleen hundii fi bulchiinsi magaalotaa hirmaachaa jiru…
Sosochiin qaamaa mallattoo tokkummaa dargaggoota Magaalaa Finfinneeti – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) - 'Finfinnee nageenyaa fi tokkummaaf' mata duree jedhuun sosochiin qaama hunda hirmaachise gaggeeffameera.
Saganticharratti kan argaman Kantibaan magaalichaa Aadde Adaanach Abeebeen Sosochiin qaamaa kun…
Shaampiyoonaan Atleetiksii guddattoota Afrikaa olaantummaa Ityoophiyaan xumurame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii guddattoota biyyoota Afrikaa Bahaa gidduutti gaggeeffamaa ture olaantummaa Ityoophiyaan xumurameera.
Shaampiyoonaan Atleetiksii guddattoota Atleetoota umrii waggaa 20 fi 18…
Beellama Tapha Waancaa Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Liveerpuulii fi Riyaal Maadirid Si’oominaan…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Waancaan guddichi Ardii Awurooppaa galgala har’aa Laankishaayerootaafi Loozbilaankota haaloof miira waraana kubbaa miilaan walitti fida.
Wal-falmii jabaafi hamaaf kan eegaman kilaboonni gurguddoo…