Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shaampiyoonaan Atleetiksii addunyaa umrii 20 gadii har’a dorgommiiwwan garaagaraa keessummeessuun ni xumurama

Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Fiigicha xumuraa fi cufiinsaa Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii 20 gadii har'a fageenyawwan garaagaraan gaggeeffamurratti Atleetoonni Ityoophiyaa ni hirmaatu. Halkan Sa'aatii 6:00 irraa eegalee fiigichi xumuraa meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti kan fiiggamu yoo ta'uu,Birqee Hayyaloomii fi…
Read More...