Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) - Taphni gulaallii Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii gita isaa Diimookiraatawaa Koongoo waliin gaggeesse goolii malee qixa xumurameera. Taphni gulaallii Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii marsaa jalqabaa kun har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee Istaadiyeemii…
Read More...

Guyyaan Bunaa Kabajamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Guyyaan Bunaa sadarkaa biyyaatti bakka Pireezidaanti Saahilawarqi Zawdeen argamanitti Magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira. Guyyaan Bunaa kun Mata duree “Bunni keenya, waliin jireenyaa fi…