Ispoortii
Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan Itiyoophiyaan Nahaasii dabalataa argatte
Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa umrii waggaa 18 fi 20 gadii Naayijeeriyaatti gaggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Nahaasii dabalataa argatte.
Dorgommii meetira 400’n har’a dubartoota gidduutti dorgomameen Atileet Baanchaalem Biikis 3ffaa bahuun Meedaaliyaa Nahaasiii Itiyoophiyaaf argamsiifteerti.…
Read More...
Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa umrii waggaa 18 fi 20 gadiin Itiyoophiyaa Meetii fi Nahaasii…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa umrii waggaa 18 fi 20 gadiin Naayijeeriyaatti dorgomamaa jiruun Atileetoonni Itiyoophiyaa Meedaaliyaa Meetii fi Nahaasii injifatan.
Dorgommii har'a meetira kuma 3…
Hoongi Koongitti godambaa Kiristiyaanoo Roonaaldoo qalbii deeggartoota isaa hawwate
Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Hoongi Koongitti kan baname godambaan Kiristiyaanoo Roonaaldoo qalbii deeggartoota isaa guutuu addunyaarra jiranii hawwateera.
Godaambaan kun turtii waggoottan kurnan lamaan darbanii taphatichaa…
Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Dambi Doolloon Donboskoo Adwaa injifate
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa tapha 3ffaan Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Dambi Doolloo galchii 4 fi 0n Donboskoo Adwaa injifate.
Taphni kun kaleessa sababa Rooba cimaa roobeen adda…
Joordaan Hendarsan Bireentifoorditti makame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Dursaa Garee taphattoota Liiverpuul kan ture Joordaan Hendarsan jijjiirraa bilisaan Bireentifoorditti makame.
Taphataan sarara gidduu lammiin Ingiliiz Joordaan Hendarsan Ayaaks Ambastardaamiin erga…
Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa gara Naayijeeriyaa Abuukuutaatti imale
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017( FMC)- Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa umrii waggaa18 fi 20 gadiirratti hirmaachuuf gara Naayijeeriyaa Abuukuutaatti imaleera.
Jilli garee Atileetiksii kun…
Cheelsiin Shaampiyoonaa Kilaboota addunyaa ta’e
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Dorgommii Kilaboota Addunyaa yeroo jalqabeef gaggeeffameen Cheelsiin Shaampiyoonaa ta'eera.
Cheelsiin galchii 3 fi 0n PSG injifachuun Shaampiyoonaa Kilaboota addunyaa jalqabaa ta'eera.
#Oromia…