Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Seeraaliyoon 2 – 0 Itiyoophiyaa

Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gita isaa Seeraaliyooniin injifatame. Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 8ffaa har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee taphatameen Seeraaliyoon…

Ijipti 2 – 0 Itiyoophiyaa

Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) –Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa Ijiptii fi Itiyoophiyaa gidduutti taphatame olaantummaa Ijiptiin xumurame. Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ijipti rukkuttaa adabbii walitti aansuun argate lama…