Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Tapha kubbaa Miilaa waancaa Addunyaan Faransaayiifi Awustaraaliyaan tapha mo’atanii darbuuf gahan

Finfinnee, Sadaasa 21, 2015(FBC)- Tapha kubbaa Miilaa waancaa Addunyaan Faransaayiifi Awustaraaliyaan tapha mo’atanii darbuuf gahuu mirkaneeffatan. Tapha guyyaa har’aa sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphatameen Faransaay Tuuniiziyaan goolii 1fi 0 injifatamtus ramaddicha dursuun tapha mo’atanii darbuuf geesseetti. Bifuma walfakkaatuun tapha…
Read More...